$ milionaa 15 nii olii fi Qabeenya Biroo Minnesotan akka dandamatu Deeggaru

Release Date Release Number
DR-4797-MN NR-18
Release Date:
September 19, 2024

ST. PAUL –jirattonni minissotta gargaarsaa federalaaa $ milii'onaa 15nii ol  obomboleettii fi lolaa ganna irraa dandamachuuf duraanuu hayyamameeraaf kunis deeggarsa FEMA doolaara miiliyoona 11.3 ol fi  akkasumas liqii balaa yeroo dheeraa fi dhala xiqqaa doolaara miiliyoona 4.8 ol ta’u argatee bulchinsaa daldalaa xixiqqa U.S irra argatee. 

Gargaarsi maallaqaa federaalaa raggaasifamuu itti fufee osoo jiruu, FEMA, kutaan stetii Minnesota, fi michoonni biroo hedduun karaa kana caaluun bayye gargaaraa jiru, namoota lubbuun hafan bakka isaan daandii fayyina isaanii deeggaruuf jiran qunnamuudhaan. 

gargarsii balaa kana irra dandamachuu kan biroonis ni argama 

  • Gar'gaarsii seeraa qabessaa tolaa amma ni argama . Namoonni balaa Minnesota irraa hafan tajaajila seeraa bilisaa waliin wal qunnamsiisuu kan danda’an lakkofssa 1-877-MY-MN-LAW (1-877-696-6529) bilbiluun ergaa dhiisuu ni danda'u. Maqaa, lakkoofsa bilbilaa fi kaawuntii bakka jireenyaa keessanii itti dabalaa, kanaaf abbootiin seeraa Minnesota bilbila keessan dafanii deebisuu danda’u. Kana banun callatti baruuf Obomboleettii cimaa fi lolaa Minnesota - Marsariitii Balaa LSC : Marsariitii Balaa LSC (ladrc.org).
  • Gargaarsa Gibira Balaa Ministeera Galiiwwanii Minnesota. Kaffaltoonni gibiraa kaawuntii federaalaan labsame keessatti kanneen obomboleettii hamaa fi lolaa dhiheenya kana mudateen miidhaman yeroo dabalataa  deebi’anii Minnesota galmeessuu fi gibira Minnesotaf kaffaluuf yeroo dabalataa  ni argatu. kana ilaluun calaatti baruu Gargaarsa Balaa | Ministeera Galiiwwanii Minnesota(state.mn.us)
  • Qabeenya galii Maallaqqaa Mootummaa Biroo. balaa irraa dandamachuu qabenyii mallaqqa namoota dhuunfaa akkasumas loltoota durii fi qonnaan bultootaaf sagantaa gargaarsa mootummaatiin argamuu danda’a. Odeeffanno dabalataf   Balaa irra dandamachuu /Disaster Recovery/ - gargarsa balaa irra dandamachuu (mn.gov) kana ilaalaa. 


Ngeenga qaqqabamuu danda;uuf dursa kennuu 

  • FEMAn afaan kessan dubbata. meshalee hikka qooqaa afaanota kannen akka spanishii,somaleefi Hmong qophesuu dabalatee ,webpage  balaa, FEMAn tajaajila Afaan Mallattoo Ameerikaa (ASL) fi afaan hiikuu sarara Gargaarsa FEMA 800-621-3362 irratti ni kenna. Yoo Tajaajila Viidiyoo Rileey (VRS), tajaajila bilbilaa , ykn kanneen biroo fayyadamtan yoo jiraatee, tajaajila sanaaf lakkoofsa keessan FEMAf kenni. Ispanishiif 2, afaanota biroof ammoo 3 tuqaa. FEMAn yeroo sakatta’iinsa manaa, Giddugala barbada'insaa Balaa Deebisuu FEMA fi yeroo daawwannaa miseensota garee Gargaarsa  Balaa FEMA waliin taasifamus tajaajila afaan hiikuu ni kenna.
  • FEMA Hawaasa Keessatti.. Gareen Gargaarsa Balaa Irraa Danda’an duraanuu manneen 45,000 , oliif dhabilee daldalaa 1,600 nn  ol kan ta'an bakkewwan biroo 1,700 olitti fi iddoowwan uummataa hawaasa balaan kun mudate keessatti daawwachuun namoonni lubbuun hafan gargaarsa FEMA akka iyyatan, gaaffii FEMA isaanii deebii akka argatan fi qabeenya dabalataa fayyina isaanii deeggaru adda baasuuf gargaaraniiru. Gareen kunniin tattaaffii isaanii naannoo dhiibbaa guddaa qabu irratti xiyyeeffachuu itti fufaniiru, kunis lammiileen Minnesota gargaarsa fayyinaa isaaniif  barbaachisu argachuu akka danda’an mirkaneessa. Itti dabalatanis, Giddugala balaa irra dandamachuu   sagal baatii haggayya irra egalee stetii a addada irratti banun ,namotaa 1,400 f gargarsaa kenna jira taajajilaa dhunfaa kenna jira. 

Odeeffannoo dabalataa waa’ee hojii balaa irraa dandamachuu Minnesota keessatti argachuuf, kana dawwadhu www.fema.gov/disaster/4797 or balaa irra dandamachuu - fBala irra dandamachufii gargarsa(mn.gov).  

Tags:
Last updated