alert - warning

This page has not been translated into Oromo. Visit the Oromo page for resources in that language.

Fact Sheets

In an effort to keep FEMA.gov current, please see the content archive for information prior to January 20, 2025.

Lammiileen Minnesota gargaarsa federaalaaf iyyatan FEMA hordofuu fi iyyata isaanii fuulduratti tarkaanfachiisuuf odeeffannoo dabalataa ykn sanadoota dhihessu isaan barbaachisuu danda’a. Warri ammallee obomboleettii fi lolaa Waxabajjii 16 – Adoolessa 4 booda dandamachuuf gargaarsa barbaadanii fi ammallee iyyata hin galchine, ammallee yeroo qabu.

illustration of page of paper Release Date:

Sagantaan Namoota Dhuunfaa fi Maatii (IHP) FEMA fedhii bu’uuraa, murteessaa ta’eef gargaarsa kennuudhaan namoota balaa irraa hafan ulaagaa guutuu qaban fayyina akka jalqaban gargaara. Gargaarsi balaa federaalaa gosa biroos argamuu danda’a. Sagantaa gargaarsa balaa federaalaa ilaalchisee gaaffiiwwan yeroo baay’ee gaafatamaniif deebii armaan gaditti kennameera.

illustration of page of paper Release Date:

Gargaarsa FEMA f erga iyyattanii booda, Bulchiinsa Daldala Xiqqaa U.S. irraas liqiidhaaf iyyachuuf hin eeginaa. Gargaarsa FEMA f akka ilaalamu liqii SBA iyyachuun isin hin barbaachisu, garuu baasii balaa wajjin walqabateef gargaarsi FEMA hin haguugne irratti gargaarsa SBA irraa hafuu dandeessu.

illustration of page of paper Release Date:

Jiraattonni Minnesota gargaarsa FEMA erga obomboleettii hamaa fi lolaa Waxabajjii 16 – Adoolessa 4, 2024 booda iyyatan, xalayaan FEMA irraa poostaadhaan ykn karaa iimeelii ni ergamaaf. Xalayaan kun haala iyyata keessanii fi murtii FEMA irratti walii hin galtan yoo ta'e ykn gargaarsa dabalataa yoo barbaaddan akkamitti deebii akka kennitan ni ibsa. Xalayaa sana sirriitti dubbisuun barbaachisaadha.

illustration of page of paper Release Date:

Jiraattota kaawuntii Blue Earth, Cook, Cottonwood, Faribault, Freeborn, Goodhue, Itasca, Jackson, Lake, Le Sueur, Mower, Nicollet, Nobles, Rice, Rock, St. Louis, Steele, Waseca, fi Watonwan kaawuntii achi jiraachuu akka hin dandeenye gabaasaniif ykn mana isaanii keessa nagaadhaan jiraachuu akka hin dandeenye ibsaniif, FEMA n mana jireenyaa miidhame sakatta’uun isaa barbaachisaa ta'uu danda'a.

illustration of page of paper Release Date:

Gargaarsi balaa FEMA baasii barbaachisaa fi fedhii cimaa inshuraansii hin qabne ykn inshuraansii gadi aanaa qabuuf fedhii bu’uuraa maatii keessanii guutuuf kan yaadamedha.

illustration of page of paper Release Date: